Oromo - Honor Your Parents Your Father and Mother

Page 1

LafaWaaqayyogooftaankeesiifkennuirrattiumriinkeeakkadheeratuufabbaakeefi haadhakeeulfinakenni.Ba’uu20:12

Ilmakoo,adabbiiWaaqayyoohintuffatin;sirreessuuisaashindadhabinaa,Waaqayyonama jaallatuinsirreessa;akkumaabbaailmaittigammaduFakkeenya3:11-12

MammaaksaSolomoon.Ilmiogeessiabbaagammachiisa,ilmigowwaangaruuulfaatina haadhaisaati.Fakkeenya10:1

Abbaakeeisasidhalchedhaggeeffadhu,haatikeeyommuudulloomtuhintuffatin. Fakkeenya23:22

Ijoollee,kunsirriiwaanta'eef,warrakeessaniifGooftaakeessattiabboomamaa!Abbaakee fihaadhakeekabaji;(innisabboommiijalqabaaabdiiwajjin;)Akkasiifgaariita'uuf,lafa irrattisyeroodheeraaakkajiraattuuf.Efesoon6:1-3

Garaakeeguutuunabbaakeekabaji,gaddahaadhakeetiishindagatin.Isaanirraaakka dhalatteyaadadhu;attamittiwantaisaansiifgodhanisaaniifdeebisuudandeessa?Lallaba 7:27-28

Lallaba3:1-16

1Yaaijoollee,abbaakeessannadhaggeeffadhaa,sanaboodasakkaisinnagaataataniif godhaa.

2Gooftaanabbaadhaafulfinaijoolleeirrattikenneera,aboohaatiilmaanirrattis mirkaneesseejira.

3Namniabbaaisaakabajucubbuuisaatiifaraaraingodha.

4Namnihaadhaisaakabajuakkanamaqabeenyakuufatuuti.

5Namniabbaaisaakabajuijoolleeisaattiingammada;kadhannaaisaayommuugodhusni dhagahama

6Namniabbaaisaakabajuumriidheeraainjiraata;namniGooftaafabboomamuhaadha isaatiifjajjabinainta'a.

7NamniWaaqayyoonsodaatuabbaaisaaniulfina,akkagooftotaisaattiwarraisaafin tajaajila.

8Eebbiisaanbiraaakkasiifdhufuufjechaafigochaanabbaakeefihaadhakeeulfinakenni.

9Eebbiabbaamanaijoolleeinjabeessa;abaarsihaadhagaruuhundeehundeebuqqisa.

10Ulfinaabbaakeetiittihinulfina;salphinniabbaakeetiisiifulfinamiti.

11Ulfinninamaaulfinaabbaaisaairraaniargama;haatiulfinahinqabnesijoolleedhaaf arrabsoodha

12Ilmakoo,abbaakeeumriiisaattigargaari,hammainnilubbuunjiruttiisahingaddisiisiin.

13Hubannoonisaayoodadhabeimmooisaafobsi;humnakeeguutuudhaanyommuuargattu isahintuffatin.

14Boqonnaanabbaakeetiihindagatamu,bakkacubbuusijaarsuufindabalama.

15Guyyaarakkinakeetiiinyaadatama;cubbuunkeesakkabubbeeqilleensaho'aagaarii ta'ettinibaala.

16Namniabbaaisaadhiiseakkanamaarrabsuuti;namnihaadhaisaaaarseimmoo abaaramaadha

Turn static files into dynamic content formats.

Create a flipbook
Issuu converts static files into: digital portfolios, online yearbooks, online catalogs, digital photo albums and more. Sign up and create your flipbook.