The Secret of True Life / Oromifiya

Page 1

Jireenyaaf deebii ni barbaaddaa?

DHOKSAA

JIREENYA Waa’ee waa tokkoo hin dhiphatin; kanaa mannaa waa’ee waaan hundumaa Waaqayyoon kadhadhu. Waan barbaadduu mara Waaqayyootti himadhu, kan inni siif godheef immoo isa galateeffadhu. Kana booda nagaa Waaqayyoo argatta, kun immoo hubannaa keenyaan oli. Yommuu ati Yasuus kiristoos keessa jiraattu garaa keetii fi sammuu kee ni to’ata. Filiphisiyus 4:6-7

DHUGAA

DHOKSAA

JIREENYA Attamittan nagaa sirrii argadhaa?

DHUGAA

Jireenya kee bara baraa mirkaneeffattee?

Ba’aaa ulfaataa jala jirataa?


Turn static files into dynamic content formats.

Create a flipbook
The Secret of True Life / Oromifiya by MediaServe - Issuu