Skip to main content

The Secret of True Life / Oromifiya

Page 35

DHOKSAA

JIREENYA DHUGAA

Yoo waa’ee Kitaaba Qulqulluu fi Waaqayyoo akkasumas karoora inni siif qabus caalchiftee beekuu feeteef, unka armaan gadii kana guutiitii teessoo kanaan ergi:

Waa’ee Kitaaba Qulqulluu fi karoora Waaqayyo anaaf qabu beekuu nan fedha.

4 Filannoo koo armaan gadiitti mallattoo kana kaa’eera: Barumsa fageenyaa Kitaaba Qulqulluutti galmaa’uun fedha. Ani laphee koo Yasuusiif baneera, akka namini biraan dhufee waa’ee isaa caalaatti natti himu nan fedha. Kakuu Haaraa isa qaama Kitaaba Qulqulluu tahee fi isa eerri baay’een irraa waraabamee kitaabee kana keessa seene tola argachuu nan fedha. Maqaa fi teessoo koo (QUBEE GURGUDDAADHAAN) nan barreessa: Maqaa:

!

Teessoo:

L.S.P.:


Turn static files into dynamic content formats.

Create a flipbook
The Secret of True Life / Oromifiya by MediaServe - Issuu