Oromo - The Importance of Child Discipline and Honoring Your Parents - Barbaachisummaa Naamusa Daa'i

Page 1


Barbaachisummaa IjoolleeLeenjiifi WarraKabajuu

Daa'imakaraairradeemuirrattileenjisaa, yommuudulloomeimmookaraairraahin fagaatu.Fakkeenya22:6

Warraaf

Kunoo,ijoolleendhaalaGooftaati,firiingadameessaasmindaaisaati.Faarfannaa127:3

Namniuleeisaadhiisuilmaisaanijibba,namniisajaallatugaruuyeroodarbeeisaadaba.

Fakkeenya13:24

SodaaGooftaakeessattiofittiamanamummaancimaanjira,ijoolleenisaasiddooittibaqatan niqabaatu.Fakkeenya14:26

Abdiinosoojiruuilmakeeadaba,lubbuunkeeiyyiisaatiifhinqusatin.Fakkeenya19:18

Gowwummaangaraamucaakeessattihidhameejira;uleensirreessaagaruuisairraain fageessa.Fakkeenya22:15

Mucaairraasirreeffamahindhowwiin,uleedhaanyoorukuttehindu'u.Uleedhaanisa rukutta,lubbuuisaassi’ooljalaainbaafta.Fakkeenya23:13-14

Uleeficeepha'uunogummaanamaafkenna,mucaanofittihafegaruuhaadhaisaani salphisa.Fakkeenya29:15

Ilmakeesirreessi,innisboqonnaasiifkenna;eeyyee,lubbuukeenigammachiisa. Fakkeenya29:17

IjoolleenkeehundinuuWaaqayyooninbarsiifamu;nagaanijoolleekeetiisguddaainta'a.

Isaayaas54:13

Namniilmaisaajaallatu,dhumairrattiakkaisagammachiisutti,yeroobaayʼeeulee sanaakkaittidhagaʼamugodha.Namniilmaisaaadabuisattiingammada,namoota innibeekugidduuttisisattiingammada.Namniilmaisaabarsiisudiinanigaddisiisa, michootaisaadurattisisattiingammada.Abbaanisaadu'us,akkawaanhinduunein ta'a;Utuujiraatuuargeeittigammade,yommuudu'ushingadde.Diinotaisaairratti haalooba'u,fimichootaisaatiifgaarummaakandeebisuofduubadhiise.Namni ilmaisaairraagarmaleetolchemadaaisaainhidha;iyyahundumaattisgaraanisaani rifata.Fardihincabnemataainjabaata,mucaanofumaafhafesfedhiidhaaninta'a.

Mucaakeesaami,innissisodaachisa,isawaliintaphadhu,inniimmoosidhiphisa.Isa waliinhingaddiin,dhumairrattisilkaankeeakkahinciccitneef.Dargaggummaa isaattibilisummaahinkennin,gowwummaaisaasijahinjaamsiin.Osooinnixiqqaa ta'eemormaisaagadiqabadhu,osooinnidaa'imata'eecinaachaisaairrattirukuti, akkainnimatajabaate,siifhinajajamne,akkasittigaraakeeirrattigaddaakkahin fidneef.Ilmakeeadabi,hojiinisaaisaxuraa'aanakkasittihinballeessine.Siiraak 30:1-13irratti

Ijoolleef

LafaWaaqayyogooftaankeesiifkennuirrattiumriinkeeakkadheeratuufabbaakee fihaadhakeeulfinakenni.Ba’uu20:12

IlmakooadabaGooftaahintuffatin;sirreessuuisaashindadhabinaa,Gooftaan namajaallatuinsirreessa;akkumaabbaailmaittigammadu.Fakkeenya3:11-12

MammaaksaSolomoon.Ilmiogeessiabbaagammachiisa,ilmigowwaangaruu ulfaatinahaadhaisaati.Fakkeenya10:1

Abbaakeeisasidhalchedhaggeeffadhu,haatikeeyommuudulloomtuhintuffatin.

Fakkeenya23:22

Ijoollee,kunsirriiwaanta'eef,warrakeessaniifGooftaakeessattiabboomamaa!

Abbaakeefihaadhakeekabaji;innisabboommiijalqabaaabdiiwajjin;Akkasiifgaarii ta'uuf,lafairrattisyeroodheeraaakkajiraattuuf.Efesoon6:1-3

Garaakeeguutuunabbaakeekabaji,gaddahaadhakeetiishindagatin.Isaanirraa akkadhalatteyaadadhu;attamittiwantaisaansiifgodhanisaaniifdeebisuu dandeessa?Siiraak7:27-28irratti

Yaaijoollee,abbaakeessannadhaggeeffadhaa,sanaboodasakkaisinnagaaqabaattaniif godhaa!Gooftaanijoolleeirrattiabbaafulfinakenneera,haatiimmooilmaanirrattiabooni mirkaneesseejira.Namniabbaaisaakabajucubbuuisaatiifaraaraingodha;Namnihaadha isaakabajuimmooakkanamaqabeenyakuufatuti.Namniabbaaisaakabajuijoolleeofii isaatiiingammada;kadhannaaisaayommuugodhusnidhagahama.Namniabbaaisaa kabajuumriidheeraaqabaata;namniGooftaafabboomamuhaadhaisaatiifjajjabinainta'a.

NamniGooftaasodaatuabbaaisaaniulfina,akkagooftotaisaattiswarraisaafnitajaajila. Abbaakeefihaadhakeedubbiinista'egochaanulfinakenni,eebbiisaanbiraaakkasitti dhufuuf.Eebbiabbaamanaijoolleeinjabeessa;abaarsihaadhagaruuhundeehundee buqqisa.Ulfinaabbaakeetiittihinulfina;salphinniabbaakeetiisiifulfinamiti.Ulfinninamaa ulfinaabbaaisaairraaniargama;haatiulfinahinqabnesijoolleedhaafarrabsoodha.Ilma koo,abbaakeeumuriiisaakeessattigargaari,hammainnilubbuunjiruttihingaddisiisiin.

Hubannoonisaayoodadhabeimmooisaafobsi;humnakeeguutuudhaanyommuuargattu isahintuffatin.Boqonnaanabbaakeetiihindagatamu,bakkacubbuusijaarsuufitti dabalama.Guyyaarakkinakeetiiinyaadatama;cubbuunkeesakkabubbeeqilleensaho'aa gaariita'ettinibaala.Namniabbaaisaadhiiseakkanamaarrabsuuti;namnihaadhaisaa aarseimmooabaaramaadha.Siiraak3:1-16

Ijoolleekeenyayooadabneammaniboo'ugaruugarafuulduraattinigammadu.

Ijoolleekeenyaadabuubaannaanammanigammadugaruugarafuulduraattini boo'u.

Ijoolleenegereebiyyakeenyaati.Garuuyoonaamusamaleedulloomanegereebiyya keenyaamaalta'a?

Amallibadaannamaguddaatokkoqabuhundikanneenyerooinnidaa’imaturetti hinsirreeffamneyknhinadabamneedha.IjoolleeWaaqayyoonsodaatan,jaallatan, abboomamanguddisuuqabna.

Supheelubbuuqabutokkonfudhadhe.

Suutajedheesguyyaaguyyaanuume.

Waggoonniyeroodarbanittideebi'eendhufe. Namaaniilaaleture.

Inniammalleesunjalqabadinqisiifachuuuffate.

Kanaboodasisajijjiiruuhindanda'uture.

Turn static files into dynamic content formats.

Create a flipbook
Issuu converts static files into: digital portfolios, online yearbooks, online catalogs, digital photo albums and more. Sign up and create your flipbook.